Faarfannaa 104:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Lafa hundee ishii irra dhaabeera;+Baraa hamma bara baraattis iddoo ishii irraa hin sochootu.*+ 6 Bishaan gad fagoo akka uffataatti ishiitti uwwisteetta.+ Bishaanonni gaarota gubbaa dhaabbataniiru.
5 Lafa hundee ishii irra dhaabeera;+Baraa hamma bara baraattis iddoo ishii irraa hin sochootu.*+ 6 Bishaan gad fagoo akka uffataatti ishiitti uwwisteetta.+ Bishaanonni gaarota gubbaa dhaabbataniiru.