Iyyoob 33:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Hafuura Waaqayyootu na tolche,+Hafuura Isa Hundumaa Dandaʼu sanaatu gara jireenyaatti na fide.+ Hojii Ergamootaa 17:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Sababiin isaas akkuma walaleessitoonni keessan tokko tokko, ‘Nutis ijoollee* isaa ti’ jedhan, nuti jireenya kan arganne, kan sochoonuu fi kan jiraannu isaani.
28 Sababiin isaas akkuma walaleessitoonni keessan tokko tokko, ‘Nutis ijoollee* isaa ti’ jedhan, nuti jireenya kan arganne, kan sochoonuu fi kan jiraannu isaani.