LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 37:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yeroo muraasaaf qofa malee, namoonni hamoon hin jiraatan;+

      Bakka isaan turan ni ilaalta,

      Isaan garuu achitti hin argaman.+

  • Faarfannaa 37:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Warri balleessaa raawwatan hundi garuu ni balleeffamu;

      Egereen namoota hamoos badiisa taʼa.+

  • Fakkeenya 2:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Hamoonni garuu lafa irraa ni buqqifamu,+

      Gantoonnis ishii irraa ni balleeffamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi