Faarfannaa 136:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 136 Inni gaarii waan taʼeef, Yihowaadhaaf galata galchaa;+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.+
136 Inni gaarii waan taʼeef, Yihowaadhaaf galata galchaa;+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.+