-
Keessa Deebii 7:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 isaan hin sodaatin.+ Wanta Waaqni kee Yihowaan Faraʼoonii fi guutummaa Gibxii irratti raawwate yaadadhu;+ 19 murtiiwwan guguddaa ija keetiin argite, mallattoowwan, dinqiiwwan,+ harka jabaa fi irree diriirfame warra Waaqni kee Yihowaan achi keessaa ittiin si baase sana hin dagatin.+ Waaqni kee Yihowaan saba ati sodaattu hundumaa irratti kana ni godha.+
-