LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 41:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Sana booda garuu waggoonni beelaa torba dhugumaan ni dhufu; quufni biyya Gibxii keessa ture hundis dhugumaan ni irraanfatama; beelichis biyyattii akka malee ni huba.+

  • Uumama 41:54
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 54 achiis akkuma Yoseef jedhee turetti, waggoonni beelaa torban sun ni jalqaban.+ Beelichi biyyoota hundumaa keessatti babalʼachaa deeme; haa taʼu malee, guutummaa biyya Gibxii keessa nyaanni jira ture.+

  • Uumama 42:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Beelichi hamma biyya Kanaʼaanitti babalʼatee waan tureef, ilmaan Israaʼel namoota midhaan bitachuuf deemaa turan kaanii wajjin gara Gibxii dhaqan.+

  • Hojii Ergamootaa 7:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Haa taʼu malee, guutummaa biyya Gibxii fi Kanaʼaan keessatti beelli, eeyyee, rakkinni guddaan ni dhufe; abbootiin keenyas wanta nyaatan dhaban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi