LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 41:39-41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Achiis Faraʼoon Yoseefiin akkana jedhe: “Waaqayyo kana hundumaa akka beektu waan godheef, namni akka kee hubataa fi ogeessa taʼe tokko illee hin jiru. 40 Ati mana koo irratti ajajaa taata; sabni koo hundis guutummaatti siif ni ajajama.+ Ani si irra kanan caalu mootii taʼuu kootiin* qofa dha.” 41 Faraʼoon itti dabaluudhaan Yoseefiin, “Kunoo, ani guutummaa biyya Gibxii irratti si muudeera” jedhe.+

  • Uumama 41:48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Innis waggoota torban sanatti biyya Gibxii keessaa midhaan walitti qabee magaalota keessatti kuusa ture. Tokkoon tokkoon magaalotaa keessattis, midhaan maasiiwwan naannoo isaanii jiran irraa argame ni kuusa ture.

  • Uumama 45:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, Faraʼooniif gorsaa ol aanaa,* guutummaa mana isaa irratti gooftaa, akkasumas guutummaa biyya Gibxii irratti bulchaa godhee na muuduuf+ Waaqa dhugaatu asitti na erge malee isin miti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi