-
Uumama 39:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yeroo boodas inni wanta kan isaa taʼe hundumaa toʼannaa Yoseef jala galche; inni wanta nyaatu qofa murteessa ture. Kana malees, Yoseef nama dhaabbiin isaa toluu fi bifti isaa miidhagu taʼe.
-
-
Faarfannaa 105:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Innis mana isaa irratti gooftaa,
Qabeenya isaa hundumaa irrattis bulchaa isa godhe.+
-