-
Baʼuu 10:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Museenis yeruma sana harka isaa gara samiitti diriirse; guutummaa biyya Gibxii keessattis guyyaa sadiif dukkanni cimaan ni taʼe.+ 23 Isaanis wal arguu hin dandaʼan turan; tokkoon isaanii illee guyyaa sadiif bakka jiran irraa kaʼuu hin dandeenye; Israaʼelonni hundi garuu bakka jireenyaa isaaniitti ifa ni argatu turan.+
-