Baʼuu 17:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kunoo, ani achitti qarsaa isa Horeeb keessatti argamu irratti si dura nan dhaabbadha. Qarsaa sana rukuti; bishaanis achi keessaa ni baʼa; sabichis ni dhuga.”+ Museenis jaarsolii Israaʼel duratti akkanuma godhe. 1 Qorontos 10:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yaa obbolootaa, abbootiin keenya hundi duumessa jala akka turanii+ fi hundi isaanii galaana keessa darbuu isaanii akka beektan nan barbaada;+ 1 Qorontos 10:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 hundi isaanii bishaan hafuuraa tokko irraa dhugan.+ Sababiin isaas, isaan kattaa hafuuraa isaan duukaa deemu sana irraa dhugu turan; kattaan sun Kiristoosiin argisiisa.*+
6 Kunoo, ani achitti qarsaa isa Horeeb keessatti argamu irratti si dura nan dhaabbadha. Qarsaa sana rukuti; bishaanis achi keessaa ni baʼa; sabichis ni dhuga.”+ Museenis jaarsolii Israaʼel duratti akkanuma godhe.
10 Yaa obbolootaa, abbootiin keenya hundi duumessa jala akka turanii+ fi hundi isaanii galaana keessa darbuu isaanii akka beektan nan barbaada;+
4 hundi isaanii bishaan hafuuraa tokko irraa dhugan.+ Sababiin isaas, isaan kattaa hafuuraa isaan duukaa deemu sana irraa dhugu turan; kattaan sun Kiristoosiin argisiisa.*+