Isaayyaas 37:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yaa Yihowaa, gurra kee as qabii dhagaʼi!+ Yaa Yihowaa, ija kee banii ilaali!+ Dubbii Senaaheriib Waaqa jiraataatti qoosuuf erge hundumaa dhagaʼi.+
17 Yaa Yihowaa, gurra kee as qabii dhagaʼi!+ Yaa Yihowaa, ija kee banii ilaali!+ Dubbii Senaaheriib Waaqa jiraataatti qoosuuf erge hundumaa dhagaʼi.+