2 Seenaa Baraa 6:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Ammas yaa Waaqa koo, maaloo, kadhannaa bakka kanatti* dhihaatu ilaalchisee ijji kee kan baname, gurri kees xiyyeeffannaadhaan kan dhagaʼu haa taʼu.+ Faarfannaa 65:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa isa kadhannaa namaa dhageessuu, namoonni gosa* hundumaa gara kee ni dhufu.+
40 Ammas yaa Waaqa koo, maaloo, kadhannaa bakka kanatti* dhihaatu ilaalchisee ijji kee kan baname, gurri kees xiyyeeffannaadhaan kan dhagaʼu haa taʼu.+