LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 7:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ammas, kadhannaa bakka kanatti dhihaatu ilaalchisee ijji koo kan baname, gurri koos xiyyeeffannaadhaan kan dhagaʼu ni taʼa.+

  • 2 Seenaa Baraa 16:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Eeyyee, warra garaan isaanii isa biratti guutuu taʼeef*+ jabina isaa argisiisuuf,* ijji Yihowaa xiyyeeffannaadhaan guutummaa lafaa ni ilaala.+ Ati gama kanaan gocha gowwummaa raawwatteetta; ammaa jalqabee waraanni si irratti ni banama.”+

  • Faarfannaa 65:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yaa isa kadhannaa namaa dhageessuu, namoonni gosa* hundumaa gara kee ni dhufu.+

  • Isaayyaas 37:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yaa Yihowaa, gurra kee as qabii dhagaʼi!+ Yaa Yihowaa, ija kee banii ilaali!+ Dubbii Senaaheriib Waaqa jiraataatti qoosuuf erge hundumaa dhagaʼi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi