3 Isaan Musee fi Aaroniin mormuudhaan+ walitti qabamanii, “Waaʼeen keessan nu gaʼeera! Guutummaan yaaʼichaa, hundumti isaanii qulqulluu dha;+ Yihowaanis isaan gidduu jira.+ Maarree, isin gumii Yihowaa irratti kan of guguddistan maaliifi?” isaaniin jedhan.