LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 12:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yeroo kanatti inni dubartii biyya Kuush fuudhee waan tureef, dubartii biyya Kuush fuudhe sanaan kan kaʼe+ Miiriyaamii fi Aaron Musee mormanii dubbatan. 2 Isaan, “Yihowaan kan dubbate karaa Musee qofa dhaa? Karaa keenya hoo hin dubbannee?”+ jedhu turan. Yihowaanis kana dhagaʼaa ture.+

  • Lakkoofsa 14:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Israaʼelonni hundis Musee fi Aaron irratti gungumuu jalqaban;+ guutummaan yaaʼichaas akkana jechuudhaan isaan mormee dubbate: “Maal taʼa, biyya Gibxii keessatti yookiin lafa onaa kana keessatti utuu duuneerra taʼee!

  • Faarfannaa 106:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Buufaticha keessatti Museetti,

      Aaron isa Yihowaadhaaf qulqulluu taʼe+ sanattis ni hinaafan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi