LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Nyaata Waaqa keetiif dhihaatu kan dhiheessu isa waan taʼeef, isa qulqulleessi.+ Ani Yihowaan inni isin qulqulleessu qulqulluu waanan taʼeef,+ lubichi isiniif qulqulluu haa taʼu.

  • Lakkoofsa 16:5-7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis Qoraa fi deggertoota isaa hundumaatiin akkana jedhe: “Yihowaan kan isaa kan taʼe eenyu akka taʼe,+ akkasumas qulqulluu kan taʼee fi isatti dhihaachuu kan qabu eenyu akka taʼe+ ganama ni beeksisa; namni inni filatus+ isatti ni dhihaata. 6 Akkana godhaa: Qoraa fi deggertoonni kee hundi+ qodaawwan ibiddaa fudhadhaa;+ 7 achiis boru Yihowaa duratti ibidda itti naqaatii ixaana isaan irra kaaʼaa; namni Yihowaan filatu+ sun inni qulqulluu dha. Isin ilmaan Leewwii+ keessa baataniittu!”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi