Ruut 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Wanta ati gooteef Yihowaan si haa kiisu;+ Yihowaan Waaqni Israaʼel inni ati qoochoo* isaa jalatti dahoo argachuuf gara isaa dhufte+ gatii kee guutummaatti* siif haa kennu.” Faarfannaa 36:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yaa Waaqayyo, jaalalli kee inni amanamaan hammam ulfina qabeessa dha!+ Ilmaan namootaa gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu galu.+ Faarfannaa 57:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 57 Ani sitti kooluu waanan galeef,+Hamma rakkinni darbuttis gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu waanan galeef,+Gaarummaa natti argisiisi, yaa Waaqayyo, gaarummaa natti argisiisi.
12 Wanta ati gooteef Yihowaan si haa kiisu;+ Yihowaan Waaqni Israaʼel inni ati qoochoo* isaa jalatti dahoo argachuuf gara isaa dhufte+ gatii kee guutummaatti* siif haa kennu.”
7 Yaa Waaqayyo, jaalalli kee inni amanamaan hammam ulfina qabeessa dha!+ Ilmaan namootaa gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu galu.+
57 Ani sitti kooluu waanan galeef,+Hamma rakkinni darbuttis gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu waanan galeef,+Gaarummaa natti argisiisi, yaa Waaqayyo, gaarummaa natti argisiisi.