LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 15:63
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 63 Namoonni Yihudaa Yebuusota+ warra Yerusaalem+ keessa jiraachaa turan ariʼuu hin dandeenye;+ kanaafuu, Yebuusonni hamma harʼaatti namoota Yihudaa wajjin Yerusaalem keessa jiraachuu isaanii itti fufaniiru.

  • Abbootii Murtii 1:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Niftaalem jiraattota Beet Sheemeshii fi jiraattota Beet Aanaat+ hin ariine; kanaa mannaa Kanaʼaanota biyyattii keessa jiraatan gidduu jiraachuu isaanii ittuma fufan.+ Jiraattonni Beet Sheemeshii fi Beet Aanaat warra hojii dirqamaa isaaniif hojjetan ni taʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi