Faarfannaa 79:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yaa Waaqa fayyinaa keenya,+Maqaa kee isa ulfina qabeessa taʼeef jedhiitii nu gargaari;Maqaa keetiif jedhiitii nu oolchi, cubbuu keenyas nuuf dhiisi.*+
9 Yaa Waaqa fayyinaa keenya,+Maqaa kee isa ulfina qabeessa taʼeef jedhiitii nu gargaari;Maqaa keetiif jedhiitii nu oolchi, cubbuu keenyas nuuf dhiisi.*+