Iyyaasuu 17:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Daangaan Minaasee Asheerii hamma Mikmetaat+ ishii fuullee Sheekemitti+ argamtuutti ni gaʼa; achiis kallattii kibbaatiin* hamma biyya jiraattota Een Taaphuʼaatti itti fufa.
7 Daangaan Minaasee Asheerii hamma Mikmetaat+ ishii fuullee Sheekemitti+ argamtuutti ni gaʼa; achiis kallattii kibbaatiin* hamma biyya jiraattota Een Taaphuʼaatti itti fufa.