14 Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan si oolchuu fi diinota kee harka keetti dabarsee kennuuf buufata kee keessa ni deddeebiʼa;+ kanaafuu, inni wanta qaanessaa taʼe akkamii iyyuu si keessatti akka hin arginee fi si biraa akka hin deebineef buufanni kee qulqulluu haa taʼu.+