Faarfannaa 31:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Diinonni koo hundi,Keessumaa immoo olloonni koo na tuffataniiru.+ Michoonni koo na sodaatan;Yommuu addabaabayiitti na argan, na irraa baqatu.+
11 Diinonni koo hundi,Keessumaa immoo olloonni koo na tuffataniiru.+ Michoonni koo na sodaatan;Yommuu addabaabayiitti na argan, na irraa baqatu.+