Faarfannaa 22:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Warri na argan hundi natti qoosu;+Afaan isaanii jalʼisanii qoosaadhaan mataa isaanii natti raasaa akkana jedhu:+ Maatewos 27:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Namoonni achiin darbanis isa arrabsu turan;+ mataa isaanii raasaniis,+
7 Warri na argan hundi natti qoosu;+Afaan isaanii jalʼisanii qoosaadhaan mataa isaanii natti raasaa akkana jedhu:+