LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 68:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Waaqayyoon faarfadhaa; maqaa isaatiif faarfannaa galataa faarfadhaa.*+

      Isa gammoojjii duwwaa keessa* gulufuuf faarfadhaa.

      Maqaan isaa Yaah* jedhama!+ Isa duratti gammadaa!

  • Faarfannaa 113:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 113 Yaahiin jajadhaa!*

      Isin tajaajiltoonni Yihowaa, isa jajadhaa,

      Maqaa Yihowaa jajadhaa.

  • Mulʼata 19:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kana booda samii keessaa sagalee guddaa, sagalee namoota hedduu fakkaatu tokko nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Yaahiin jajadhaa!*+ Fayyinni, ulfinnii fi humni kan Waaqa keenyaa ti;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi