Lallaba 9:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Namni guyyaa ofii hin beeku.+ Akkuma qurxummiin saaphana hamaadhaan, simbirroonis kiyyoodhaan qabamu, ilmaan namootaas yeroo rakkinaa* akkuma tasaa isaan irra gaʼuun ni qabamu.
12 Namni guyyaa ofii hin beeku.+ Akkuma qurxummiin saaphana hamaadhaan, simbirroonis kiyyoodhaan qabamu, ilmaan namootaas yeroo rakkinaa* akkuma tasaa isaan irra gaʼuun ni qabamu.