LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lallaba 8:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Namni hafuura* irratti aangoo qabu yookiin hafuura ittisuu dandaʼu akkuma hin jirre, namni guyyaa duʼaa irratti aangoo qabus hin jiru.+ Namni kam iyyuu yeroo waraanaatti dhiisee akka deemu akkuma isaaf hin heyyamamne, hamminnis warri wanta hamaa raawwatan akka miliqan isaaniif hin heyyamu.*

  • Yaaqoob 4:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Egaa isin warri, “Harʼa yookiin boru gara magaalaa kanaa ni dhaqna, achis waggaa tokko ni turra, ni daldalla, buʼaas ni buufanna”+ jettan dhagaʼaa, 14 isin jireenyi keessan boru maal akka taʼu hin beektan.+ Sababiin isaas, isin hurrii yeroo muraasaaf mulʼatee sana booda badu dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi