Faarfannaa 27:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihowaan ifa+ koo fi fayyisaa koo ti. Eenyuunan sodaadha?+ Yihowaan lubbuu kootiif dahoo dha.+ Eenyutu na naasisa? Fakkeenya 3:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Naasuu akka tasaa dhufu kam iyyuu,Obomboleettii hamoota irratti dhufaa jirus+ hin sodaattu.+
27 Yihowaan ifa+ koo fi fayyisaa koo ti. Eenyuunan sodaadha?+ Yihowaan lubbuu kootiif dahoo dha.+ Eenyutu na naasisa?