Faarfannaa 62:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa namootaa, yeroo hundumaa isatti amanamaa. Garaa keessan isaaf banaa.*+ Waaqayyo iddoo kooluu itti gallu dha.+ (Seelaa) Isaayyaas 26:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ati warra guutummaatti sitti hirkatan* ni eegda;Isaan waan sitti amanamaniif,+Nagaa wal irraa hin cinne isaaniif ni kennita.+
8 Yaa namootaa, yeroo hundumaa isatti amanamaa. Garaa keessan isaaf banaa.*+ Waaqayyo iddoo kooluu itti gallu dha.+ (Seelaa)
3 Ati warra guutummaatti sitti hirkatan* ni eegda;Isaan waan sitti amanamaniif,+Nagaa wal irraa hin cinne isaaniif ni kennita.+