Faarfannaa 9:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Warri maqaa kee beekan sitti amanamu;+Yaa Yihowaa, ati warra si barbaaddatan matumaa hin dhiistu.+ Ermiyaas 17:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namni* Yihowaatti amanamu,Yihowaa kan abdatus eebbifamaa dha.+
10 Warri maqaa kee beekan sitti amanamu;+Yaa Yihowaa, ati warra si barbaaddatan matumaa hin dhiistu.+