LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 16:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Yihowaan Waaqni Israaʼel,

      Baraa hamma bara baraatti haa jajamu.’”

      Namoonni hundis, “Ameen!”* jedhan; Yihowaas ni jajatan.

  • 1 Seenaa Baraa 29:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis Daawit guutummaa gumichaa duratti Yihowaa ni jajate. Daawit akkana jedhe: “Waaqa Israaʼel abbaa keenyaa kan taate yaa Yihowaa, baraa hamma bara baraatti kan jajamte taʼi.

  • Faarfannaa 106:48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Yihowaan Waaqni Israaʼel,

      Baraa hamma bara baraatti haa jajamu.+

      Namoonni hundis, “Ameen!”* haa jedhan.

      Yaahiin jajadhaa!*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi