LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 16:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Shimeʼiin akkana jedhee isa abaara ture: “Baʼi asii, baʼi, ati yaa nama dhiigaa nana! Ati yaa nama gatii hin qabne nana! 8 Ati maatii Saaʼol waan fixxeef, akkasumas mootummicha isa irraa waan fudhatteef, Yihowaan akka hojii keetti siif deebiseera. Kanaafuu, Yihowaan mootummicha ilma kee Abishaalomiif kenneera. Ati nama dhiigaa waan taateef, kunoo amma rakkinni guddaan si irra gaʼaa jira!”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi