Baʼuu 19:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yihowaan ibidda keessaan achi irratti waan buʼeef, guutummaan Gaara Siinaa ni aare;+ aarri isaas akkuma aara iddoo ibiddaa* keessaa baʼuu ol ni baʼa ture; guutummaan gaarichaas akka malee sochoʼa ture.+ Abbootii Murtii 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yaa Yihowaa, yommuu ati Seʼiirii+ baatetti,Yommuu ati naannoo Edoom keessaa baatee duultetti,Lafti ni sochoote, samiiwwan bishaan ni dhangalaasan,Duumessoonnis bishaan gad naqan.
18 Yihowaan ibidda keessaan achi irratti waan buʼeef, guutummaan Gaara Siinaa ni aare;+ aarri isaas akkuma aara iddoo ibiddaa* keessaa baʼuu ol ni baʼa ture; guutummaan gaarichaas akka malee sochoʼa ture.+
4 Yaa Yihowaa, yommuu ati Seʼiirii+ baatetti,Yommuu ati naannoo Edoom keessaa baatee duultetti,Lafti ni sochoote, samiiwwan bishaan ni dhangalaasan,Duumessoonnis bishaan gad naqan.