LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 97:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Warri fakkiiwwan bocaman akkamii iyyuu tajaajilan,+

      Warri waaqolii isaanii warra gatii hin qabneen boonan haa qaaneffaman.+

      Isin waaqoliin hundi, isaaf sagadaa.*+

  • Isaayyaas 44:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Warri fakkiiwwan bocaman tolchan hundi gatii hin qaban,

      Miʼawwan isaanii warri isaan bakka guddaa kennaniif sunis faayidaa hin qaban.+

      Ragoonni isaanii* kun homaa hin argan, homaas hin beekan,+

      Kanaafuu, warri isaan tolchan ni qaanaʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi