- 
	                        
            
            1 Mootota 18:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
26 Kanaafuu, isaan jibicha isaaniif kenname fudhatanii ni qopheessan; achiis, “Yaa Baʼaal, deebii nuu kenni!” jedhanii ganamaa jalqabee hamma waareetti maqaa Baʼaal waammachuu isaanii itti fufan. Haa taʼu malee, sagaleen hin turre; qaamni isaaniif deebii kennes hin turre.+ Isaan okkolaa iddoo aarsaa ijaaran sanatti naannaʼuu isaanii itti fufan.
 
 -