LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 25:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yommuu namni tokko si ariʼachuu fi lubbuu kee barbaaduuf kaʼutti, lubbuun gooftaa kootii korojoo jireenyaa keessatti of eeggannoodhaan maramee Waaqa kee Yihowaa bira ni taaʼa; haa taʼu malee, Waaqayyo lubbuu diinota keetii akka dhagaa furrisa keessaa darbatamuutti ni furrisa.

  • Iyyoob 1:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Achiis Yihowaan Seexanaan, “Kunoo, wanti inni qabu hundi harka kee* keessa jira. Isa garuu hin tuqin!” jedhe. Kanaafuu, Seexanni Yihowaa* duraa baʼee deeme.+

  • Faarfannaa 91:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Waaqayyo akkana jedheera: “Waan na jaallateef,* isa nan oolcha.+

      Maqaa koo waan beekeefis* isa nan eega.+

  • Zakkaariyaas 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni erga ulfina argatee booda* saboota isin saamanii turanitti na erge akkana jedha:+ ‘Kan isin tuqu kam iyyuu qaroo ija kootii tuqa.+

  • 2 Pheexiros 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kanaafuu, Yihowaan* namoota Waaqayyoof bulan qorumsa keessaa akkamitti akka baasu,+ jalʼoota immoo guyyaa murtiitti+ akka balleeffamaniif akkamitti akka tursu beeka;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi