Faarfannaa 25:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Warra kakuu+ isaa fi yaadachiisawwan+ isaa eeganiif,Daandiiwwan Yihowaa hundi jaalala isaa isa amanamaa fi amanamummaa isaa mulʼisu. Faarfannaa 91:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni baalleewwan isaatiin si golga,*Atis qoochoowwan isaa jalatti kooluu galta.+ Amanamummaan isaa+ gaachana guddaa+ fi dallaa eegumsaa siif taʼa.
10 Warra kakuu+ isaa fi yaadachiisawwan+ isaa eeganiif,Daandiiwwan Yihowaa hundi jaalala isaa isa amanamaa fi amanamummaa isaa mulʼisu.
4 Inni baalleewwan isaatiin si golga,*Atis qoochoowwan isaa jalatti kooluu galta.+ Amanamummaan isaa+ gaachana guddaa+ fi dallaa eegumsaa siif taʼa.