Faarfannaa 6:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Warri duʼan maqaa kee hin dhaʼan;*Awwaala* keessatti hoo kan si jajatu eenyu?+ Faarfannaa 71:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yaa Waaqayyo, ati ijoollummaa kootii jalqabdee na barsiisteetta,+Anis hamma yoonaatti hojiiwwan kee warra dinqisiisoo taʼan labsuu koo itti fufeera.+
17 Yaa Waaqayyo, ati ijoollummaa kootii jalqabdee na barsiisteetta,+Anis hamma yoonaatti hojiiwwan kee warra dinqisiisoo taʼan labsuu koo itti fufeera.+