Faarfannaa 30:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Duʼuun* koo, gara boollaatti* lixuun koos buʼaa maalii qaba?+ Biyyoon si jajataa?+ Amanamummaa kee hoo ni dubbataa?+ Faarfannaa 115:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Warri duʼan Yaahiin hin jajatan;+Namni gara duʼaatti* gad buʼu hundis isa hin jajatu.+ Lallaba 9:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Warri lubbuudhaan jiran akka duʼan beeku;+ warri duʼan garuu homaa hin beekan;+ yaadannoon isaanii hundi waan irraanfatameef,+ sana booda isaan gatii* argatan hin qaban. Lallaba 9:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Awwaala* isa itti deemtu keessa hojiin, karoorri, beekumsis taʼe ogummaan waan hin jirreef,+ wanta gochuu dandeessu kam iyyuu humna kee guutuudhaan raawwadhu.
9 Duʼuun* koo, gara boollaatti* lixuun koos buʼaa maalii qaba?+ Biyyoon si jajataa?+ Amanamummaa kee hoo ni dubbataa?+
5 Warri lubbuudhaan jiran akka duʼan beeku;+ warri duʼan garuu homaa hin beekan;+ yaadannoon isaanii hundi waan irraanfatameef,+ sana booda isaan gatii* argatan hin qaban.
10 Awwaala* isa itti deemtu keessa hojiin, karoorri, beekumsis taʼe ogummaan waan hin jirreef,+ wanta gochuu dandeessu kam iyyuu humna kee guutuudhaan raawwadhu.