LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 88:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Warra duʼaniif wantoota dinqisiisoo ni raawwattaa?

      Warri duʼaan moʼaman kaʼanii si jajachuu ni dandaʼuu?+ (Seelaa)

  • Faarfannaa 115:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Warri duʼan Yaahiin hin jajatan;+

      Namni gara duʼaatti* gad buʼu hundis isa hin jajatu.+

  • Faarfannaa 146:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Hafuurri isaa ni baʼa, innis gara biyyootti ni deebiʼa;+

      Guyyuma sanatti yaanni isaa ni bada.+

  • Isaayyaas 38:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Sababiin isaas, Awwaalli* ulfina siif kennuu,+

      Duutis si jajachuu hin dandaʼu.+

      Warri gara boollaatti gad buʼan amanamummaa kee abdachuu hin dandaʼan.+

  • Yohaannis 11:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda itti dabalee, “Michuun keenya Alaazaar rafeera;+ anis isa dammaqsuuf achi nan dhaqa” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi