Faarfannaa 6:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Warri duʼan maqaa kee hin dhaʼan;*Awwaala* keessatti hoo kan si jajatu eenyu?+ Faarfannaa 115:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Warri duʼan Yaahiin hin jajatan;+Namni gara duʼaatti* gad buʼu hundis isa hin jajatu.+