Isaayyaas 38:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “Maaloo yaa Yihowaa, amanamummaa fi garaa guutuudhaan+ akkamitti si duratti akkan deddeebiʼe, si duratti wanta gaarii taʼe akkan raawwadhes akka yaadattu+ sin kadhadha.” Achiis Hisqiyaas hirqinfatee booʼuu jalqabe.
3 “Maaloo yaa Yihowaa, amanamummaa fi garaa guutuudhaan+ akkamitti si duratti akkan deddeebiʼe, si duratti wanta gaarii taʼe akkan raawwadhes akka yaadattu+ sin kadhadha.” Achiis Hisqiyaas hirqinfatee booʼuu jalqabe.