LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 13:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Leewwonnis guyyaan Sanbataa qulqulluu taʼee akka eegamuuf,+ yeroo hundumaa akka of qulqulleessanii fi dhufanii karrawwan sana akka eegan isaanitti nan hime. Yaa Waaqa koo, kanas naaf yaadadhu; akka jaalala kee isa amanamaa isa hedduu taʼettis naaf gaddi.+

  • Faarfannaa 20:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Guyyaa dhiphinaatti Yihowaan kadhannaa keetiif deebii siif haa kennu.

      Maqaan Waaqa Yaaqoob si haa eegu.+

       2 Inni iddoo qulqulluu irraa gargaarsa siif haa ergu,+

      Xiyoon irraas deggersa siif haa godhu.+

       3 Kennaawwan kee warra aarsaa taʼanii dhihaatan hunda haa yaadatu;

      Aarsaa kee isa gubamus gammachuudhaan haa fudhatu.* (Seelaa)

  • Ibroota 6:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Sababiin isaas, Waaqayyo jalʼaa miti; inni hojii keessan, akkasumas qulqulloota tajaajiluu fi tajaajiluu keessan itti fufuudhaan jaalala maqaa isaatiif argisiistan+ hin irraanfatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi