- 
	                        
            
            2 Saamuʼel 5:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Haa taʼu malee, Daawit dahoo Xiyoon ishii yeroo ammaatti Magaalaa Daawit+ jedhamtu qabate.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faarfannaa 50:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Waaqayyo Xiyoon ishii miidhagina ishiitiin mudaa hin qabne+ keessaa ifa isaa ibsa.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faarfannaa 134:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Yihowaan inni samii fi lafa tolche,
Xiyoon keessaa si haa eebbisu.
 
 -