Faarfannaa 9:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Warri maqaa kee beekan sitti amanamu;+Yaa Yihowaa, ati warra si barbaaddatan matumaa hin dhiistu.+ Fakkeenya 18:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Maqaan Yihowaa masaraa cimaa dha.+ Namni qajeelaan achitti fiigee eegumsa argata.*+
10 Warri maqaa kee beekan sitti amanamu;+Yaa Yihowaa, ati warra si barbaaddatan matumaa hin dhiistu.+