LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 20:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Isaanis achi keessa ni jiraatan; maqaa keetiifis achitti iddoo qulqulluu ni ijaaran;+ akkana jedhan: 9 ‘Goraadeedhaan, murtii adabaatiin, golfaadhaan yookiin beelaan yommuu balaan nutti dhufu, nuti mana kanaa fi si dura ni dhaabbanna (maqaan kee mana kana keessa waan taʼeef);+ dhiphina keenya irraan kan kaʼe akka nu gargaartus si waammanna; atis nu dhagaʼiitii nu oolchi.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi