Faarfannaa 19:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Tajaajilaa kee gochawwan of tuulummaadhaan raawwataman irraa eegi;+Isaan akka na moʼan hin heyyamin.+ Anis guutuu nan taʼa,+Cubbuu ija jabinaan raawwatamu* irraas walaba nan taʼa. Faarfannaa 37:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Seerri Waaqa isaa garaa isaa keessa jira;+Yommuu deemus miilli isaa hin gatantaru.+
13 Tajaajilaa kee gochawwan of tuulummaadhaan raawwataman irraa eegi;+Isaan akka na moʼan hin heyyamin.+ Anis guutuu nan taʼa,+Cubbuu ija jabinaan raawwatamu* irraas walaba nan taʼa.