-
Faarfannaa 141:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Jalʼootaa wajjin gochawwan hamminaa irratti akkan hin hirmaanneef,
Garaan koo gara wanta hamaatti akka goru hin godhin;+
Ani matumaa nyaata isaanii isa gaarii nyaachuu hin barbaadu.
-