- 
	                        
            
            Faarfannaa 119:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
23 Bulchitoonni waliin taaʼanii waaʼee koo wanta hamaa yommuu dubbatanitti illee,
Ani tajaajilaan kee dambiiwwan kee irratti nan yaada.*
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faarfannaa 119:71Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
71 Dambiiwwan kee akkan baradhuuf,
Rakkina keessa darbuun koo anaaf gaarii dha.+
 
 -