LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 11:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Haa taʼu malee, yommuu nutti murteeffamu, nuti addunyaa wajjin akka hin yakkamneef,+ Yihowaan*+ nu adabaa jira jechuu dha.

  • Ibroota 12:9-11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kana malees, abbootiin keenya* nu adabu turan, nutis isaan kabajna turre. Maarree Abbaa isa hafuura qulqulluudhaan jireenya keenya geggeessuuf fedhiidhaan bitamuudhaan jiraachuun keenya caalaatti barbaachisaa mitii?+ 10 Isaan akkuma gaarii fakkaatee isaanitti mulʼatetti yeroo gabaabaadhaaf nu adaban; inni garuu qulqullummaa isaa irraa akka hirmaannuuf+ jedhee faayidaa keenyaaf nu adaba. 11 Dhugaa dha, adabni kam iyyuu yeroo sanatti kan gaddisiisu malee kan gammachiisu hin fakkaatu; sana booda garuu warra ittiin leenjifamaniif firii qajeelummaa isa nagaa isaaniif argamsiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi