1 Pheexiros 1:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 kanaa mannaa, akkuma Isa Qulqulluu isin waame sanaa, wanta hojjettan hundumaatiin qulqulloota taʼaa;+ 16 sababiin isaas, “Ani qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼaa”+ jedhamee barreeffameera.
15 kanaa mannaa, akkuma Isa Qulqulluu isin waame sanaa, wanta hojjettan hundumaatiin qulqulloota taʼaa;+ 16 sababiin isaas, “Ani qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼaa”+ jedhamee barreeffameera.